Skip to content

I-694 study survey - Oromo

Sarbii qo'annoo I-694

Muuxannoo keessan caalaatti hubachuu fi namoota konkolaachisaniif, miilaan deemaniif, biskileetii oofanii fi meeshaaleen socho'aniif (kan akka wiilcheerii, iskuuterii ykn meeshaalee socho'uuf gargaaran biroo fayyadamaniif) nageenyaa fi haala itti fayyadamaa akkamitti fooyyessuu akka dandeenyu baruuf imala daandii I-694 irraa fi qaxxaamuranii godhamu qo'achaa jirra. Yaadni keessan dhimmoota ijoo adda baasuu fi fooyya'iinsa gara fuulduraa bocuu irratti ni gargaara. Qorannoon kun guutamuuf daqiiqaa 4 hanga 7 kan fudhatu yoo ta'u, Kibxata, Hagayya 18 galgala sa'aatii 11:59 p.m. irratti cufama.  

0% answered

Waa'ee imala keessanii nutti himaa.

1.  

I-694 gidduu Brooklyn Blvd., Brooklyn Center keessatti argamuu fi Lexington Ave., Arden Hills keessatti argamu gidduutti yeroo hammamii imaltu?

2.  

I-694 irra imaluuf sababoonni keessan maalfa'i? Kan isin ilaallatu hunda filadhaa.

3.  

I-694 irra ykn qaxxaamurtanii akkamitti imaltu? Kan isin ilaallatu hunda filadhaa.

4.  

Namoonni I-694 qaxxaamuruuf miilaan deeman, biskileetii oofanii fi meeshaan socho'an muuxannoo akkamii qabu jettanii yaaddu?

5.  

Muuxannoo I-694 irra imaluu keessanii akkamitti madaaltu?

Amanamummaa yeroo imalaa (yeroon imala keessanii hammam walfakkaataa akka ta'e)
Yaa'a tiraafikaa (yeroo hammamii dhaabbachuu akka qabdan)
Salphaatti makamuu fi sarara (leenii) jijjiiruu
Haala dirree daandichaa